BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
Ogeeyyiin fayyaa hojii dhaabuun seera Itoophiyaatiin attamiin ilaalama?
Ogeyyiin fayyaa Itoophiyaatti argaman Kibxata Caamsaa 13, 2025 irraa kaasee kutaalee tajaajila murtaa'aniin alatti mormii hojii lagannaarratti argamu. Ogeeyyiin mormicha kan eegalan erga gaaffiin baatii tokkoon dura Ministeera fayyaafi dhaabbilee mootummaa dhimma ilaalatu biraatti galfatan deebii hin argatiin hafeen boodha.
KALLATTIIN, Israa'el uggura guyyaa 10 kaasuun Gaazaaf nyaati akka seenu eeyyamte
Israa'el uggura guyyaa kudhaniif keessee turte kaasuun uummata Gaazaaf nyaati akka seenu eeyyamuu beeksifte. Kana ibsuu dura Gaazaa keessatti oppireeshinii lafoo bifa haaraan eegaltee turte.
'Lubbuu nama tokkoo oolchuf birrii miliyoona 1.3 gaafatamne'
Dargaggoonni Oromoo fi lammiileen Itoophiyaa biroo hedduun sababa rakkoo siyaasaafi jireenya fooyyaaa'aa barbaaduuf seeraan alaa karaa Libiyaatiin godaanuun Waanbadoota butamanii mallaqa olaanaa gaafatamaa jiru. Isaan keessaa seenaa maatii tokkoofi dhaabbata godaantoota kanneeniif falmaa jiru qabanneera, dhiyaadhaa.
Xayyaara pirezidantii Ameerikaa 'Air Force One' keessoosaa maaltu jira?
Xayyaarri pirezidantiin Ameerikaa qofti ittiin imalu kun Waayit Haawus Samiirra Jiru (the flying white House) jedhama. Biiroo pirezidaantii Waayit Haawus keessa wanti jiru hunduu xayyaara Air Force One keessas jira.
Warqii argachuuf quunnamtii saalaafi miidhaa bakka warqiin qotamuutti daa'imman irra gahu
Qorannoon damee albuuda seeraan alaa irratti gaggeeffame tokko miidhaa fi saamicha humna daa'immanii saaxile.
Tibbana agarsiisni diroonii guddaan Finfinneetti godhame, kan riikardii harkaa qabu garuu kami?
Agarsiisnu diroonii riikardii addunyaa qabate kami? Dirooniiwwan meeqatu irratti hirmaate?
'Sadarkaa hammaataarra gahuu dura atattamaan falli haa kennamu' - Waldaa Hakiimota Itoophiyaa
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Itoophiyaa duula ogeeyyiin fayyaa mindaan kaffalamuuf gaggeeessaa jiran ilaallchisuun baaseen baaserratti ogeeyyiin fayyaa hidhaman akka gadhiifamanii hojii dileetti deebi'an gaafate.
Obbo Taayyee Danda'aa waa'ee siyaasa, misoomaa fi bulchiinsa MM Abiy irratti maal jedhu?
Dubbii himaa Paartii Badhaadhinaa, duraan ammoo deeggaraa MM Abiy Ahimed warra maqaan isaanii jalqaba waamaman keessaa tokko kan turanii fi Deetaa Ministera Nagaa tahuun hojjechaa kan turan Obbo Taayyee Danda'aa erga mana hidhaatii bahanii haala jireenya isaanii fi siyaasa Itoophiyaa ammaa irratti ejjennoo qaban BBCtti himaniiru.
'Al tokkon qoraan baayyee baachuuf jedheen dugdatti baachuu filadhe'
Maqaan ga'eessa kanaas Obbo Huseen Kadir jedhama. Godina Baalee Aanaa Harannaa Bulluq jiraata. Obbo Huseen ga'eessa ganna 40 keessaa yoo ta'u, tibbana miidiyaa hawaasummaa irratti suuraan isaa ijoo dubbii ta'ee namoota garaa nyaate.
Daddafanii nyaachuun fayyaa keenya miidhaa?
Daddaftee nyaattaa? Suuta nyaachuun sababoota barbaadamuuf qaba . Kanaadaa ,Yunivarsiitii Manitobaa irraa Dr. Sahi Kirishna Gudii, nyaata dafanii nyaachuun dhiibba fayyaatti uumuu qabaachuu fi dhiisu qorateera.
'Yukireenitti dhiiga dhangala'u dhaabuuf' Puutiniif nan bilbila -Tiraamp
Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp waa'ee waraana Yukireen xumuruu irratti Wiixata kana pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin bilbilaan akka dubbatan beeksisan.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa TPLF paartii siyaasaa keessaa haqe
Paartiin Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) paartii siyaasaa keessaa haqamuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Waa'ee gaaffii naannummaa ummata Walloo Mana Maree Federeeshiniif dhiyaate jedhame maal beekna?
Gaaffii naannoo ta'uu ummata Walloo Mana Maree Federeeshiniif kan dhiyeessan Koree Gaaffii Naannummaa Uummata Walloofii Paartii Dimokiraatawaa Ummattoota Wallooti.
'...Godaantota Itoophiyaa torba galaanaatti darbatan': Daandii balaafamaa baayyee hin beekamne
Dhaabbanni Baqattoota Addunyaa (IOM) akka jedhuutti, godaantoonni hedduun gaaffiinsaanii diinagdee ta'ulleen, godaantoonni Itoophiyaa hedduun keessattuu naannoo Oromiyaa fi Amaaraa irraa sababii walitti bu'iinsaa fi hidhaa baqachuuf godaanaa jiru.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Hogganaan dargaggoota Afrikaa biratti leellifamaa jiru Ibraahim Tiraaworee eenyu?
Tibba kana haala hin baratamneen maqaan Kaapteen Ibraahim Tiraaworee, hogganaa dargaggeessa Burkinaa Faassoo kan mirga Afrikaaf qabsaa'aa ta'uu of ibsu miidiyaa hawaasaa irratti akkaan qodamaa jira. Ofii eenyuudha inni?
Itoophiyaatti gabateen konkolaataa hundaa mallattoo ''ETH'' fi "ኢት" qofa taasifamuuf ta'a
Itoophiyaatti qajeelfamni konkolaatoonni galmaa'an hundi mallattoo gabatee ''ETH''fi "ኢት" jedhu qofaa fi kaartaa Itoophiyaa irra jiru akka qabaatan taasisuu ragaasifame.
Masriifi Jibuutiin bulchiinsa qaama Galaana Diimaarratti ejjennoo waloo qabatan
Masrii fi Jibuutiin ''bulchiinsi fi nageenyi'' Galaana Diimaa fi Galoo Galaana Aden ''ittigaafatamummaa'' biyyoota qaamolee bishaanii kanaan daangeffamani ''qofa'' ta'uu irratti waliigalan.
Dirreen miidiyaa Itoophiyaa bara aangoo MM Abiy hangam jijjiirame?
Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimad (PhD) bara 2018 yeroo aangootti dhufan waantota haaromsuuf waadaa galan keessaa tokko dirree miidiyaa Itoophiyaa fooyyessuu ture. Yeroo gabaabaa keessattis jijjiramni gurguddaan ta'e ture. Amma hoo eessaarra jira? Hayyoota damee kanaa afur dubbisuun kan qindeessine kunooti.
Duulli 'dirqiin' dargaggoota raayyaa ittisaaf guuruu kutaalee Oromiyaa adda addaarraa dhagahame
Kutaalee Oromiyaa garagaraa keessatti duulli dargaggoota raayyaa Ittisaatiif walitti qabuu daran hammaachaa jiraachuu jiraattonni BBCtti himan.
Dubartootni 10 dhiira tokkoof: Itoophiyaatti sagantaa dhiiraafi dubara walitti fiduun falmisiisaa ta'e
Laaxxee- Biyya aadaan itti jabaatuufi dhimmi jaalalaafi jaalallee barbaaduu badaa ifatti hin gaggeffamne keessatti sagantaan kun falmisiisaa ta'eera.
Itoophiyaan dogogora keenyaan ulaa galaanaa dhabde - Jeneraal Yohaannis G/Masqal
''Itoophiyaan hulaa galaanaa kan dhabde dogogora nuyi hojjenneeni jedhan qondaalli waraanaa duraanii Itoophiyaa letenal Jeneraal Yohaannis Gabremasqal.
Walitti bu'iinsa
Ispoortii
Cheelsii, Aston Viilaa, Maanchister Siitii, Arsenaal? Kamtu Shaampiyoonsi Liigii keessa galee xumura?
Cheelsiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii bara dhufuu argachuuf hireen isaanii harka isaanii keessa jira. Aston Viilaan Tootenhaam waan mo'ateef carraa guddaa qaba.
Roonaaldoon bara walitti aanu sadaffaaf atileetii galii guddaa argatu jedhame
Kiristiyaanoo Ronaaldoo bara walitti aanu sadaffaaf atileetii galii guddaa argatu ta'uu Forbis ibse. Galiin Mesii gadi bu'e.
Badhaasa taphataa cimaa Piriimer Liigii bara 2024-25 eenyu mo'ata?
Taphattoonni Liiverpuul sadii badhaasa taphataa cimaa Piriimer Liigii bara kanaaf kaadhimamaniiru.
Kiristiyaanoo Roonaaldoo Juuner: Ilma faana abbaasaa hordofaa jiru
Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Kiristiyaanoo Roonaaldoo Juuner biyya isaa Poorchugaaliif yeroo jalqabaaf taphate.
Yunaayitid akkasitti itti fufnaan hojii gadhiisuu akka malu Amoriim dubbate
Leenjisaan Maanchister Yunaayitiid Ruuben Amoriim gahumsa Maanchister Yunaayitiid liigicha keessatti agarsiisee itti fufa taanaan leenjisummaa garee kanaa akka dhiisuu malu beeksise.
Morkii hiree Shaampiyoonsi Liigiif godhamu: Cheelsiimoo Niiwkaasil?
Piriimiyeer Liigiin Ingiliz morkiin torban 36ffaa har'aa fi bor yoo gaggeeffaman hirmaannaa Shaampiyoonis Ligii bara dhufuu mirkaneeffachuuf falmii godhamutu eegama.
Waancaa Awurooppaa Liigii Maanchister Yuunaayitid moo Tootenhaamtu mo'ata?
Kileboonni Ingilizii lamaan Piriimer Liigii keessaa balaarra jiran Maanchister Yuunaayitidii fi Tootenhaam waancaa Awurooppaa Liigiif darban.
Waancaa Piriimer Liigii waggoota lamaan darbanii Arsenaaltu mo'ate- Arteettaa
Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaa waancaa Piriimer Liigii darban lamaan jechuunis kan bara darbee fi waggaa lama dura Maanchister Siitiin fudhate Arsenaaltu mo'ate jedhan.
Shaampiyoonsi Liigii: Arsenaal 2-1'n PSG'dhaan mo'amuu isaaf eenyuun abaare?
PSG, Arsenaaliin mo'achuun xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif dhaqabe. Inter Miilaan waliin Aliyaanzi Areenaa irratti Caamsaa 31 taphatu.
Tooftaalee afur Arsenaal PSG ittiin mo'achuu danda'u
Mikeel Arteettaan taphattoonni isaa ''aarii, mufii fi haloo'' keessa isaanii jiru fayyadamuun qabxii PSG 1-0 Imiretis irratti galmeesse ni garagalchu jedhe.
Shaampiyoonsi Liigii: Taphattoonni Baarseloonaa 'erga mo'anii mo'aman' waa'ee taphichaa maal himatan?
Inter Miilaan dirree isaa irratti galchii 4-3 Baarseloonaa mo'achuun xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif dhaqabe.