BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Top stories
'Raayyaan miidiyaa' Paartii Badhaadhinaa oduu sobaa fi odeeffannoo dogongorsu facaasuurratti hirmaachuu qorannoon BBC saaxile
Miseensonni Paartii Badhaadhinaa keessumaa damee waajjira magaalaa Finfinnee jalatti socho’aniifi ''raayyaa miidiyaa’’ jedhamuun waamaman namoota mootummaa qeeqaniifi morman irratti gama Fesbuukiin barreeffamootaafi fakkiiwwan odeeffannoo sobaa akkasumas ‘haasaa jibbinsaa’ jedhamuu danda’an tamsaasuu keessatti akka hirmaatan qorannoon BBC’n taasise mirkaneesse.
Walitti dhukaasa mootummaa fi WBO tibba kanaa fi ajjeechaa namoota nagaa
Jalqaba torban kanaa irraa eegalee kutaalee Oromiyaa adda addaa keessatti qaamolee nageenyaa mootummaafi hidhattoota Waraanaa Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduu walitti dhukaasuun akka ture, ajjeechaan namoota nagaas raawwatamuu jiraattoonniifi dhaabbileen siyaasaa ibsan.
Lubni Balaay tibbana maaltu harkatti argamee to'ataman, maallaqni jedhame kan eenyuuti?
Sanada Sobaa fayyadamuudhaan doolaara miliyoona ja’aa fi kuma 50 daddabarsaa turan jechuun shakkamanii Kamisa Ebla 18, 2024 mana murtii kan dhiyyeeffaman hoggannis mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa, Luba Balaay Mokonnin wantoota too’atamuu isaaniin duuba jiran BBC’n mana amantichaa irraa iyyaafateera.
Ajajaan walii galaa Waraana Keeniyaafi miseensonni biraa sagal balaa hilikoptaraan du'an
Ajajaan walii galaa Waraanaa Keeniyaa Janaraal Firaansiis Omodii Ogolaa, erga helikoptarri isaaN baattee turte lixa biyyattii keessatti kuftee cacabdeen booda balaa qaqabeen du'usaanii pirezidantiin biyyattii beeksiisan.
KALLATTIIN, Misaa’elli Israa’el Iraan rukkutuu hordofee US tasgabbiin akka bu’uuf gaafatte
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan Waashingitan tarkaanfii haaloo bahumsaa fudhatame kamu keessatti harka hin qabdu jedhan. Iraan ammoo haleellaa raawwatame jedham gadi xiqqeessite.
Namichi pirezidantii Yukireen ajjeessuuf Raashiyaa waliin hojjataa ture jedhame Polaanditti to’atame
Namtichi pirezidantii Yukireen Volodmiir Zelenskii ajjeessuudhaaf tajaajila tikaa Raashiyaa waliin hojjataa ture jedhame Polaandiitti to’annaa jala oolfame.
Haleellaa Iraan Israa’el irratti raawwatteen enyutu buufate, enyutuu kasaare?
Erga Iraan guyyaa Sambataa daangaa Israa'el irratti kallattiidhaan haleellaa raawwatteen booda, bu'aa fi kisaaraan damee siyaasaa, diinagdeefi ilaalchaatiin argamaniif mutan jiru jedhu xinxaltoonni.
Viidiyoo, Bunni maddisaa Itoophiyaa ta'un himamu attamiin qaama keenya keessatti hojjata?Turtii, 5,38
Ofii bunni maddisaa Itoophiyaa ta'un himamuuif amma addunyaa guuturratti jaalatamu attamiin qaama keenya keessatti hojjataa?
‘TPLF waliigaltee Piritooriyaa cabsuun marsaa afraffaa weerara bane’- Naannoo Amaaraa
Mootummaan Naannoo Amaaraa TPLF waliigaltee Piritooriyaa guutummaatti cabsuudhaan marsaa afraffaatiif ummatarratti raawwateera jechuun himate.
Abbaan amantaa tibbana osoo barsiisaa jiranii waraanaman nama isaan miidheef "dhiifama godheera" jedhan
Phaaphaasiin mana Amantaa Ortodoksii Wiixata darbe Awustiraaliyaa magaalaa Siidiniitti osoo kallattiidhaan barsiisaa jiranii meeshaa qara qabuun haleellaan irratti raawwatamee ture Abuuna Maar Maarii Amaanu’el nama miidhaa isaanirraan geessiseef dhiifama gochuu dubbatan.
Arsenaal fi Maan Siitiin Shaampiyoons Liigii keessaa galan, maaltu jedhamaa jira?
Kilqaboonni Ingilaand jajjaboo lamaan Piriimer Liigii keessatti duraafi duubaan sadarkaa tokkooffaafi lamaffaarra jiran Maanchester Siitiin fi Arsenaal Shaampiyoons Liigii Awurooppaa keessaa ari'aman.
Waaqayyo si’a tokkoon lakkuu sadiin nu eebbisee, jireenyi ammoo ittiin nu qoraa jira- Abbaa
Haati warraafi abbaan warraa ofiifuu hojii humnaatiin of jiraachisaniifi mana kiraa keessatti jiruun itti ulfaate kun, amma si’a tokkoon ijoollee sadii godhachuun dhiphina hamaa keessa waan isaan galcheef namni humna qabu nu gargaaree ijoolleenkoo guddatanii arguun hawwa jedha Tolasaan.
Walitti bu'iinsa
Maaltu haasa'ama?
Abboomaa Mitikkuu: 'Bakka inni jirutti nama Mallas Zeenaawwii dubbachuu hin dandeenye ture'
Gaggeessitoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) 10 gammoojjii Somaaliyaa bakka Shinniggaa jedhamutti "amantiin adda hin baanu nu martuu Oromoodha" jedhanii ajjefamaniifi boolla Shinniggaatii olitti warra maqaasaanii seenan kaasu keessaa tokko Abboomaa Mitikkuudha. Seenaan 'Abbaa Xiiqii' maal fakkaata?
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Keeniyaan Itoophiyaa fi Somaaliyaaf wixinee waliigaltee fayyadama handaara galanaa dhiyeessite
Muddama Itiyoophiyaafi Somaaliyaa gidduu jiru tasgabbeessuuf Keeniyaan yaada waliigaltee fayyadama handaara galaanaa(Maritime treaty) dhiyeessuu qondaalli olaanoo biyyatti Kamisa kaleessaa Rooyitarsitti himan.
Barattoota maallaqa Baankii Daldalaa baafatanii deebiisuuf rakkataa jiran
Barattoonni Yunivastiiwwan kanneen maallaqa baasanii kaayyoowwan garaagaraatiif oolchaniifi kanneen baankiiwwan gara biraatti dabarsan rakkoo keessa seenuu BBCtti himan.
Obboleessi Battee 'yaada kennaa jira' malee warra shakkaman 13 keessaa miti jedhe poolisiin
Ajjeechaa Obbo Battee Urgeessaa wajjin walqabatee shakkamtoota 13 to'annoo jala oolfamanitti dabalataan obbolaan Obbo Battee ''yaada kennuuf isaan bira jiraachuu'' poolisiin beeksise.
Waraana Sudaan: Daarfuuritti daa'imman beelaafi du'a gidduu jiru
Dubartiin ijjishee gaddaan guuteefi sagaleenshee qallate kun namoota miiliyoonaan lakkaa'aman sababa waraana Sudaaniin qe'eesaanirraa buqqa'anii kaampiiwwan keessa jiran keessaa tokko.
Somaaliyaan ambaasaaddarri Itoophiyaa akka bahan ajajje, ambaasaaddara ofii waamte
Somaaliyaan Somaaliyaatti ambaasaaddarri Itoophiyaa, Muktaar Mohaammad Waaree, sa’aatii 72 keessatti biyyattii keessaa akka bahan ajajje.
'Itoophiyaan maallaqa IMF irraa argachuuf murtoo cimaa gatii Birrii buusuuti ishee eeggata'
Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) akkaataa deeggarsa maallaqaa Itoophiyaaf taasisurratti marii torban lamaan darban Finfinneetti taasisaa ture waliigalteerra osoo hin ga’iin addaan kutuu Roohitarsi gabaaseera.
Marii MM Abiy fi hoggantoota paartilee siyaasaarratti dhimmoota maaltu ka'e?
Ji'a Guraandhalaa irraa kaasee kutaalee hawaasaa gara garaa waliin marii taasisaa kan turan Ministirri Muummee Abiy Ahmad, marii isaanii marsaa 12ffaa aanga'oota paartilee siyaasaa waliin taasisaniiru.
Seera haaraa mana jireenyaa kireessaniifi kireeffataniif baheerratti qabxiilee ijoo
Paarlaamaan Itoophiyaa waa’ee kiraa mana jireenyaa ilaalchisee seera haaraa baaseera. BBC’n wixinee seeraa kana argateera. Qabxiileen ijoo waa’ee kireessaafi kireeffataa seera kana keessatti eeraman kunooti.
'Hidhattoota waliin mariyachuuf karaa nagaa nan mijeessa' - Komishiniin Marii Biyyaalesaa
Komishiniin Marii Biyyaalessaa “dhimmoota bu’uuraa biyyattii irratti marii hirmaachisaa ta’e gaggeessun waliigaltee biyyaalessaa uumuu” kaayyoo jedhuun erga hundaa’ee waggaa lama darbeera.
Ispoortii
Baarseloonaan morkii taphattoota kudhaniin leenjisaa lama kaardii diimaan dhabee mo'ame komate
Tapha nuusa walakkaa lama halkan taphatameen kilaboonni Ispeen lama-Baarseloonaafi Atileetikoo Maadiriid keessaa galaniiru. Baarseloonaa dirree ofiisaarratti kilaba Faransaay guddicha PSGn mo’amee kufeera.
Atileetonni Itoophiyaa fi Keeniyaa ta'e jedhanii lammiin Chaayinaa akka mo'atu gochuun himataman
Atileetiin Itoophiyaa tokkoofi atileetonni Keeniyaa lama atileetii Chaayinaa dorgommii maaraatoonii walakkaa Beejiing akka mo'atu ta'e jedhanii gadhiisaniif jedhamuun qorannoon irratti gaggeefamuu eegale.
Arsenaaliifi Liivarpuul 'arkiteektoota kufaatii mataa ofii bocaniidha'
Barruuwwan Ingilaand mata dureewwan ''Guyyaa hireen waancaa kallattii tti jijjiirrate'', ''Morkattootni Siitiif hiree bal'isan'', ''Arsenaaliifi Liivarpuul Siitiif kennaa waancaa dhaaman'' jedhaniifi kana fakkaatan qabatanii bahan.
Arsenaal Aston Viilaa mo’atee Liigicha dursuu itti fufaa?
Kilaboota Piriimer Liigii kokkee walqabaa jiran sadan keessaa dhum-torbee kanarra Arsenaal tapha cimaatu eeggata. Kilabiin Mikeel Arteettaa kun Aston Viillaa gara Emiretis dhufu mo’atee Liigicha dursuu isaa itti fufamoo carraasaa lamaffaafi sadaffaarra kan jiran Liiverpuul fi Maanchester Siitiif dabarsee kenna?
Liivarpuul dirreessaatti 3-0n mo'ame, Yirooppaa Liig keessaa galuusaatii?
Waancaa Yirooppaa Liig ni nyaata jedhamee kan abdatame Liivarpuul dirreessaa Aniifilditti kilaba Xaaliyaan Atilaantaan 3-0n ijifatame.
Kiloop bakka bu'uun Liiverpuul leenjisa kan jedhamu Amoriim eenyu?
Leenjisaan Liivarpuul Yargan Kiloop turtiisaa waggoota sagalii waancaan faayametti nagaa dhaammachuuf torbanoota lakkaa'aa wayita jirutti, gareensaa leenjisaa isa bakka bu'u barbaaduutti ko'oommateera.
Kufaatii Saakaaf peenaalitiin kennamuu qaba turee, Baayern Muunikiifoo?
Morkiin Shaampiyoonsi liigii dirree Emireetsitti Arsenaaliifi Baayeern Miiyuuniik gidduutti gaggeeffamee fi morkii jabaa ture lama qixxee goolabame. Warri Arsenaal, dursanii goolii galchuun tapha kana injifachuuf abdii horanis, Baayeern duubaa ka'ee 2-1 dursaa ture. Booda Leyaandiroo Tiroosaard jijjiiramee galuun Arsenaaliin qixxeesse.
Mohaammad Saalaa dabalatee jijjiirraa taphattootaa odeeffamaa jiru
Jiijjiiraa taphattoota ganna dhufuun jifataan Liivarpuul Mohaammad Saalaa warra kilaba biraa deemu jedhamee odeeffamu keessayi. Mohaammad Saalaa fudhachuuf kilabni Saawudi Arabiyaa Al-Itihaad paawundii miliyeena 70 qopheessee eeggataa akka jiruti odeeffamaa jira.
Arsenaal Harii Keeniin sodaachuu hin qabu -Odegaard
Tapha nuusa-xumuraa Shaampiyoons Liigiitiin har'a Arsenaal Baayer Muniik, Maanchester Siitiin ammoo Riyaal Maadiriid waliin taphatu. Maaltu eegama? Maaltu jedhamaa jira?
'Ani amma deeggaraa Yunaayitdidha’-Kiloop
Manaajarri Liiverpuul yaargen Kiloop kanaan booda ‘ani deeggaraa Maancheser Yunaayitididha’ jedhe. Sababiin isaa ammoo Maanchester Yunaayitid ammallee dorgommii Piriimer Liigii eenyu akka mo’atu murteessuu keessatti gahee waan qabuufidha jedhe.
'Taphattoonni koo aarii garaa qabu, akka salphaatti Liivarpuul gadi hin dhiisan' - Ten Haag
Manchestar Yunaayitid har'a dirreesaarratti morkataa waancaa Pirimimeerliigii kan ta'e Liivarpuul keessemmeessa. Aarii dheengadda Cheelsin isa godhes Liivarpuul irratti nan bahadha jechaa jira.